
haadhakoo - abitew kebede lyrics
f*geenya na dhowweef malee
si yaadu hin dhiifne haadha koo
maalin godhaa garuu?
f*geenyatti haa amaatu nagaan taa’ii
f*geenya na dhowweef malee
si yaadu hin dhiifne aayyoo koo
maalin godhaa garuu?
f*geenyatti haa amaatu nagaan taa’ii
rakkattusi rabbiin jirraa
beeloftus obsii taa’ii
ani mucaan kee nagaadhaa
haadha koo nan yaadinii
rakkattusi rabbiin jirraa
beeloftus obsii taa’ii
ani mucaan kee nagaadhaa
haadha koo nan yaadinii
f*geenya na dhowweef malee
si yaadu hin dhiifne aayyoo koo
maalin godhaa garuu?
f*geenyatti haa amaatu nagaan taa’ii
f*geenya na dhowweef malee
si yaadu hin dhiifne giiftii too
maalin godhaa garuu?
f*geenyatti haa amaatu nagaan taa’ii
imimmaan kee gaafasii
yommuu naa gaggeessituu
deessee guddiftee na dhaabdee
haadha koo attam sii ta’uu
imimmaan kee gaafasii
yommuu naa gaggeessituu
deessee guddiftee na dhaabdee
haadha koo attam sii ta’uu
f*geenya na dhowweef malee
si yaadu hin dhiifne haadha koo
maalin godhaa garuu?
f*geenyatti haa amaatu nagaan taa’ii
bifaa ijoollummaa keettiin
na guddisuudhaaf fixee
ottuu siin darbiin darbu deemtaa
haadha koo attam sii ta’uu
bifaa ijoollummaa keettiin
na guddisuudhaaf fixee
ottuu siin darbiin darbu deemtaa
haadha koo attam sii ta’uu
f*geenya na dhowweef malee
si yaadu hin dhiifne giiftii too
maalin godhaa garuu?
f*geenyatti haa amaatu nagaan taa’ii
ijjii kee silaa hin didee
boo’ichaaf dur sii uumee
wal arguun natti hin fakkaatuu
sabbataan garaa hidhuu
ijjii kee silaa hin didee
boo’ichaaf dur sii uumee
wal arguun natti hin fakkaatuu
sabbataan garaa hidhuu
f*geenya na dhowweef malee
si yaadu hin dhiifne aayyoo koo
maalin godhaa garuu?
f*geenyatti haa amaatu nagaan taa’ii
Random Song Lyrics :
- fammi del male - barbascura x lyrics
- nuclear fusion (live in paris '19) - king gizzard & the lizard wizard lyrics
- venus anthem - amna naseer lyrics
- paper planes freestyle - pressure d lyrics
- uh oh - zedned (1) lyrics
- plums - aesop rock lyrics
- dirty laundry - snotgirl lyrics
- дом (home) - без лица (bez litsa) lyrics
- me fala - pluglip lyrics
- forever young - xavier weeks lyrics