
obseen gubadhaa - abitew kebede lyrics
hin nyadhu jedha gifti tiya
dhoaksen kutadha
sin yadu jedha bontu talaa
obseen gubadhaa
hin nyadhu jedha gifti tiya
dhoaksen kutadha
sin yadu jedha bontu talaa
obseen gubadhaa
ya karaa eboo gababdu
jimman saree ko warane
mal bashane too na yadduu
jibban malee gargar banee
ya karaa eboo gababdu
jimman saree ko warane
mal bashane too na yadduu
jibban malee gargar banee
hin nyadhu jedha gifti tiya
dhoaksen kutadha
sin yadu jedha bontu talaa
obseen gubadhaa
akka dhagan kegna dakuu otoo dhagan kesann dakee
medhan gunbi kessaa ta’auu
medhan gunbi kessa ta’auuu
akkaa garan koo si yaduu
ottoo gran keess nayadee
hidhan mudhi kera ta’auu
hidhan mudhii keraa ta’auu
hin nyadhu jedha gifti tiya
dhoaksen kutadha
sin yadu jedha bontu talaa
obseen gubadhaa
hin nyadhu jedha gifti tiya
dhoaksen kutadha
sin yadu jedha bontu talaa
obseen gubadhaa
yaa gadisaa balla chokaa
jalaa taan bulee warke koo
naa lafisaa malan bekaa
kabatan bulle laphe koo
yaa gadisaa balla chokaa
jalaa taan bulee warke koo
naa lafisaa malan bekaa
kabatan bulle laphe koo
hin nyadhu jedha gifti tiya
dhoaksen kutadha
sin yadu jedha bontu talaa
obseen gubadhaa
Random Song Lyrics :
- closer to the fire - mechlenburg lyrics
- po olej do głowy - metrowy lyrics
- my first day alone - peter & gordon lyrics
- empty regrets - ab-soul lyrics
- dawn of the mask - disjointed lyrics
- gone clear - bugzy malone lyrics
- best kept secrets - spidergawd lyrics
- lie to me - behind blue eyes lyrics
- chosen one - js aka the best lyrics
- give it all - don diablo lyrics