
siddisee - abitew kebede lyrics
siddisee siddisaa birraa
yaa ibsituu akka gucaa halkanii
hin kooriin koottu wal barra
du’ii malee sin dhiisu har’a
siddisee siddisaa birraa
yaa ibsituu akka gucaa halkanii
hin booniin koottu wal barra
du’ii malee sin dhiisu har’a
jimmaa mattuudha
baddalleen ba’ee
ganne hirribicha isii
sh*ggariin ba’ee
gimbiitan argee
baay’een deemee
maalumaaf badda siddisee hamma eessaa ee
maalumaaf badda siddisee hamma eessaa ee
siddisee siddisaa birraa
yaa ibsituu akka gucaa halkanii
hin kooriin koottu wal barra
du’ii malee sin dhiisu har’a
siddisee siddisaa birraa
yaa ibsituu akka gucaa halkanii
hin kooriin koottu wal barra
du’ii malee sin dhiisu har’a
feetu siddisee
qarree haaddatte
feetuu shurrubbaas
galgal dha’aatte
asheeta taatee
takka kofaltee
akkanaa kunoo siddisee kan na boojitee
akkanaa kunoo siddisee kan na boojitee
siddisee siddisaa birraa
yaa ibsituu akka gucaa halkanii
hin kooriin koottu wal barra
du’ii malee sin dhiisu har’a
siddisee siddisaa birraa
yaa ibsituu akka gucaa halkanii
hin kooriin koottu wal barra
du’ii malee sin dhiisu har’a
hortu jiitu koo
siddisaa birraa
kan si arguu hunduu
yaanni si biraa
si haawwuun malee
si arguun falaa
eessumaa barte siddisee dhangaa jaalalaa
eessumaa barte siddisee dhangaa jaalalaa
siddisee siddisaa birraa
yaa ibsituu akka gucaa halkanii
hin kooriin koottu wal barra
du’ii malee sin dhiisu har’a
siddisee siddisaa birraa
yaa ibsituu akka gucaa halkanii
hin kooriin koottu wal barra
du’ii malee sin dhiisu har’a
hortu jiitu koo
siddisaa birraa
kan si arguu hunduu
yaanni si biraa
si haawwuun malee
si arguun falaa
eessumaa barte siddisee dhangaa jaalalaa
eessumaa barte siddisee dhangaa jaalalaa
siddisee siddisaa birraa
yaa ibsituu akka gucaa halkanii
hin kooriin koottu wal barra
du’ii malee sin dhiisu har’a
siddisee siddisaa birraa
yaa ibsituu akka gucaa halkanii
Random Song Lyrics :
- my thang - spaceghostpurrp lyrics
- backwoods full of pain (freestyle) - avig$ lyrics
- tá ver - anselmo ralph lyrics
- silencios - rubén blades y seis del solar lyrics
- emeralds when i cry - gucci dove lyrics
- print the night - german fitchson lyrics
- turma do funil - mc lan lyrics
- foolish - pavel demidov lyrics
- at - deco*27 lyrics
- my name is ira (mir meinen smiley remix) - frittenbude lyrics