
eessa yoonana - gutu abera lyrics
fardaan dallaa irra utaalta jedhanii
daalen goobee kunoo colloomee
farroo gadheen ‘natumee nama
leemmana kanaan kaakka’e tumaa
sangaan keenyahoo daalachi booraa
gurreen eechaa dhufeet unkura
daddachatu koo qixee k*maa
leemmana kanaan kaakka’e tumaa
leemmana kanaan kaakka’e tumaa
leemmana kanaan kaakka’e tumaa
leemmana kanaan kaakka’e tumaa
eessa yoonana eessa yoona eessa
(yoona eessa yoonana eessa yoona eessa)
eessa yoonana eessa yoona eessaa
(yoona eessa yoonana eessa yoona eessa)
eessa yoonana eessa yoona eessa
(yoona eessa yoonana eessa yoona eessa)
caffee araaraa (yoonaa)
birbirsaa gooroo (yoonaa)
gaara sibiiluu (yoonaa)
hurufaa boombii (yoonaa)
fardeen guluufan gama sanaa gama sanii
sooree koo yaa haadha tufaa
farda yaabbadheen dhufa
daalee koo coolle sooree
irra taa’ee gulufaa
marartuu koo yaa maree
marartuu koo yaa maree (ormii)
maalif nutti inaafuree (maree)
marartuu koo yaa maree (ormii)
maaliif nutti inaafuree
(maal goota inaaftuun sin mootuu)
yaa bachoo yaa baachoo yaa bachoo
tufaan bajji tattararee
inaaftuu maaliif komattaree
goomaattu keeti barii ni daare
dallaachoo dallachumaa’ee
kutaan naxala lamaaree?
hirriyyan gaarii wayya’ee
inaaftuu jechaan namaaree?
eessa yoonana eessa yoona eessa
(yoona eessa yoonana eessa yoona eessa)
eessa yoonana eessa yoona eessaa
(yoona eessa yoonana eessa yoona eessa)
eessa yoonana eessa yoona eessa
(yoona eessa yoonana eessa yoona eessa)
eessa yoonana eessa yoona eessa
(yoona eessa yoonana eessa yoona eessa)
eessa yoonana eessa yoona eessaa
(yoona eessa yoonana eessa yoona eessa)
eessa yoonana eessa yoona eessa
(yoona eessa yoonana eessa yoona eessa)
birbirsaa gooroo (yoonaa)
iyya obboroo (yoonaa)
burqaa ejersaa (yoonaa)
badda hurufaa (yoonaa)
abeebe tufaa (yoonaa)
yaabee guluufaa (yoonaa)
bardeen guluufan gama sana gama sanii
eessa yoonana eessa yoona eessa
(yoona eessa yoonana eessa yoona eessa)
eessa yoonana eessa yoona eessaa
(yoona eessa yoonana eessa yoona eessa)
eessa yoonana eessa yoona eessa
(yoona eessa yoonana eessa yoona eessa)
Random Song Lyrics :
- mic check - self-provoked lyrics
- baby face - war lyrics
- do your thing - precious paris lyrics
- spotkaj się z bogiem - ks. jakub bartczak lyrics
- jetzt bin ich dran - eko fresh lyrics
- amigo cantinero - los caminantes lyrics
- brindo por ella - los barón de apodaca lyrics
- keep me in mind - mannymackens lyrics
- gute nacht - megaloh lyrics
- producto garantizado - con banda sinaloense - los tucanes de tijuana lyrics