
welini - lemlem hailemichael lyrics
anii mo’eenaa milkaa’ee baranaa
at dhuuftee taatee nafaanaa
gammachuu manaa
anii mo’eenaa
naaf toltee baranaa
atiis waadaa naaf dabaltee
malkaa waliin taanaa
atii qabamtee baay’ee riifatan
nafaana dhiroo yoo siilaalan jaalalaan
ati huunda dhiiftee kan siihaawwatan
nafiilachuukeen abdii kuutan hiinaaffan
eyyee eyyeekaa eyyee
kan siihaawatuu nama baay’ee keessattii
hundarra caalee kiyyaa sigodhee hammaa dhuumattii
eyyee eyyeekaa eyyee
jaalaltii dhuugaa hawwataan kuumaadhaa
sin keessa carraan jaalatamaa dha
argaa walfuudhaa
waliin jiraanna walinii
jaalala dhugaa heddunii
jirraa jiraannaa walinii
mana tokkotti nagaanii
anii mo’eenaa
naaftoltee baranaa
atiis waadaa naaf dabaltee
malkaa waliin taanaa
atii qabamtee baay’ee riifatan
nafaana dhiroo yoo siilaalan jaalalaan
ati huunda dhiiftee kan siihaawwatan
nafilachuukeen abdii kuutan hiinaaffan
eyyee eyyeekaa eyyee
jaalaltii dhuugaa dhuumaansaa bareedaa
hiikkansaa guuddaa anuu ragaadhaa
gamachuu addaa
eyee eyyeekaa eyee
galannii hag*yuu abjuun hiikameetii
dheebuun jaalalaa fuuramee martii hammaa dhuumatii
waliin jiraanna walinii
jaalala dhugaa heddunii
jirraa jiraanna walinii
mana tokkotti naaganii
waliin jiraanna walinii
jaalala dhugaa heddunii
jirraa jiraanna walinii
mana tokkotti naaganii
waliin jiraanna walinii
jaalala dhugaa heddunii
jirraa jiraanna walinii
mana tokkotti naaganii
Random Song Lyrics :
- one sweet day (a cappella) - mariah carey lyrics
- you wanna die? (shinitagari/死にたがり - nashimoto-p lyrics
- ram nation knows the truth - braver lyrics
- пoпpoбoвaть пoигpать - sad submarine lyrics
- the sun is shining down - victor pizarro lyrics
- kickoff - big k.r.i.t. lyrics
- anything like me - poppy lyrics
- let me be - cub capulet lyrics
- nighttime is great! - ariel pink lyrics
- invicto - malandro lyrics