
kan kee - paulos tegegn bulcha lyrics
kan kee narra baay’ataa
kan kee narra baay’ataa
kan kee narra baay’ataa
kan kee narra baay’ataa
ulfaadhu ulfaadhu gooftaa
ulfaadhu ulfaadhu gooftaa
sammuu koo gararraa ta’e
gochaan kee anarra ba’e
galata kee galata kee
galata kee galata kee
galata kee galata kee
galata kee galata kee
kam dubbadheen kamiin dhiisa
hubbannaa oli tilmaamnisaa
jaalalaasaa fi gochaasaa
gaarummaasaa fi araarasaa
jechoota maali’nan mul’isaa
jechoota maali’nan mul’isaa
jechoota maali’nan mul’isaa
jechoota maali’nan mul’isaa
kan kee narra baay’ataa
kan kee narra baay’ataa
kan kee narra baay’ataa
kan kee narra baay’ataa
ulfaadhu ulfaadhu gooftaa
ulfaadhu ulfaadhu gooftaa
sammuu koo gararraa ta’e
gochaan kee anarra ba’e
galata kee galata kee
galata kee galata kee
galata kee galata kee
galata kee galata kee
na balleessuuf yoo barbaadee
diyaabiloos yoo na gaadee
dhokadheera kattaa keessa
nanargatu maa’ bookkisa
gargar hin citu galatni koo
gargar hin citu galatni koo
gargar hin citu moo’ichi koo
gargar hin citu moo’ichi koo
kan kee narra baay’ataa
kan kee narra baay’ataa
kan kee narra baay’ataa
kan kee narra baay’ataa
ulfaadhu ulfaadhu gooftaa
ulfaadhu ulfaadhu gooftaa
sammuu koo gararraa ta’e
gochaan kee anarra ba’e
galata kee galata kee
galata kee galata kee
galata kee galata kee
galata kee galata kee
yesus yaa abbaa haara galfii koo
boqonnaa koo gammachuu koo
kiraara koof masaanqoo koo
gungumsiisu oolmaa gooftaa koof
galateeffadhu lubbuu koo
galateeffadhu lubbuu koo
galateeffadhu lubbuu koo
galateeffadhu lubbuu koo
kan akka waaqayyoo hin jiru
kan akka waaqayyoo hin jiru
kan akka waaqayyoo hin jiru
kan akka waaqayyoo hin jiru
kan akka waaqayyoo hin jiru
kan akka waaqayyoo hin jiru
kan akka waaqayyoo hin jiru
kan akka waaqayyoo hin jiru
kan akka waaqayyoo hin jiru
kabajamuun isaaf haa ta’u
olaantummaan isaaf haa ta’u
qixxee hin qabu kan ittiin qixxeessinu
fakkaattii hin qabu kan ittiin fakkeessinu
qixxee hin qabu kan ittiin qixxeessinu
fakkaattii hin qabu kan ittiin fakkeessinu
kabajamuun isaaf haa ta’u
olaantummaan isaaf haa ta’u
qixxee hin qabu kan ittiin qixxeessinu
fakkaattii hin qabu kan ittiin fakkeessinu
qixxee hin qabu kan ittiin qixxeessinu
fakkaattii hin qabu kan ittiin fakkeessinu
Random Song Lyrics :
- storm - the fatal sling lyrics
- 300mil - la gra$a lyrics
- 뜨거운 것이 좋아 (i love hot things) - lee juck lyrics
- 20925 - the jacka lyrics
- american cheese is gross - netherfriends lyrics
- special k - killa-p (pmg) lyrics
- kush - etnaise lyrics
- my best friend has anxiety problems - lil house phone lyrics
- scrooge yourself - grim gravy lyrics
- incompleti - lowlow lyrics