
harkafune - tilahun gessesse lyrics
salaam salaam yaa tamiima
harka fuune yaa immeetee salaama kaa harka fuune
salaama kaa yaa gannee salaama kaa
salaama kaa yaa gannee salaama kaa
harka fuune yaa dahee koo salaama kaa
(salaama kaa yaa gannee salaama kaa)
(salaama kaa yaa gannee salaama kaa)
(harka fuune yaa immeetee salaama kaa)
dubbiin tamiimaa dubbiin mucayyoo magaalaa
ija koo qabee gurra koo qabee na raasaa
gandaan dhag*yee dhiisi naan jennaani
ittan dhiise yaadee naa gamnaani
salaama kaa yaa gannee salaama kaa
salaama kaa yaa gannee salaama kaa
harka fuune yaa immeetee salaama kaa
(salaama kaa yaa gannee salaama kaa)
(salaama kaa yaa gannee salaama kaa)
(harka fuune yaa immeetee salaama kaa)
akka jaalalaa maloo na fe’ee garaanii
hafte tamiimaan hafte mucayyoo qallooni
naa gamte yaa gannee na didee garaani
naa gamte yaa gannee na didee garaani
salaama kaa yaa gannee salaama kaa
salaama kaa yaa gannee salaama kaa
harka fuune yaa immeetee salaama kaa
(salaama kaa yaa gannee salaama kaa)
(salaama kaa yaa gannee salaama kaa)
(harka fuune yaa immeetee salaama kaa)
ishuruururuu yaa gannee ishuruururuu
ishuruururuu yaa dahee ishuruururuu
ishuruururuu yaa tamee ishuruuru
ishuruururuu dhaban maal walii hiru
salaama kaa yaa gannee salaama kaa
salaama kaa yaa gannee salaama kaa
harka fuune yaa dahee koo salaama kaa
salaama kaa yaa gannee salaama kaa
salaama kaa yaa gannee salaama kaa
harka fuune yaa immeetee salaama kaa
salaama kaa yaa gannee salaama kaa
salaama kaa yaa gannee salaama kaa
harka fuune yaa immeetee salaama kaa
harka fuune yaa immeetee salaama kaa
Random Song Lyrics :
- bliss - t_danh lyrics
- the birds (the love songs) - peter hammill lyrics
- demons (p. aspect x ayoley) - zxtr lyrics
- toxic traits - sbe jp lyrics
- weeping willow - sergio tachini lyrics
- 1905 - shona laing lyrics
- poppy girl - vacaciones lyrics
- go insane (live with the lithuanian chamber orchestra) - highly sedated lyrics
- reckless (clean) - cixqo lyrics
- para mi hijo - la santa grifa lyrics