lirikcinta.com
a b c d e f g h i j k l m n o p q r s t u v w x y z 0 1 2 3 4 5 6 7 8 9 #

lirik lagu darbee laalla – andualem gosa

Loading...

raasee raasee raasee
barri baranee baran baraasee
(raasee raasee raasee
barri baranee baran baraasee)
raasee raasee raasee
barri baranee baran baraasee
addiis aabban addiis aabban
sh*gar baanaa kachamalleen kaachaa
dhugaan dhiiga kun nama maraachaa
sh*gar baanaa kachamalleen kaachaa
dhugaan dhiiga kun nama maraachaa
(darbee laallaa) nataqayyamtee laataa
(darbee laallaa) kobborta balaa baataa
(darbee laallaa) eenyutu sarmee baata
(darbee laallaa) barris bara fakkaata
(darbee laallaa) kan falfaluu hin furmaatu
(darbee laallaa) barraaqa barii raasa
(darbee laallaa) sagaltama garbaa guusaa
(darbee laallaa) waa hin faluu cubbuu kuusaa
hin shakkinemoo hin shakkineere
hin shakkinemoo hin shakkineere

jiraan jiraa baata jiraan jiraa hin nyaatu
odaa hundaa caalu hanquutti bobeeffatu
boorataan korma dhugaa boorataa boora galchuu
basaqii basaqaa (gahee barri dhalachuu)
basaqii basaqaa (gahee barri dhalachuu)
basaqii basaqaa (gahee barri dhalachuu)
basaqii basaqaa (gahee barri dhalachuu)
hin shakkinemoo hin shakkineere
hin shakkinemoo hin shakkineere
xaafotti marmaarti mucayyoon xaafotti marmaarti
akkamittan dhiisa ergamtee narratti tamaarti
xaafotti marmaarti mucayyoon xaafotti marmaarti
akkamittan dhiisa ergamtee narratti tamaarti

raasee raasee raasee
barri baranee baran baraasee
(raasee raasee raasee
barri baranee baran baraasee)
raasee raasee raasee
barri baranee baran baraasee
addiis aabban addiis aabban
addiis aabban biyya kaachamaallee maal barbaadda min tifaligalle
addiis aabban biyya kaachamaallee maal barbaadda min tifaligalle

(darbee laallaa) walloo warqituutu eega
(darbee laallaa) raayya rayyumatu eega
(darbee laallaa) xannachi hiddatti mirgaa
(darbee laallaa) achi tuqan as dhiiga
(darbee laallaa) hiddi adda hin f*gaatu
(darbee laallaa) hin gaddin gadaatu jiraa
(darbee laallaa) hin bariitu dhiitu malee
(darbee laallaa) kan boriitif borri jiraa

jiraan jiraa baata jiraan jiraa hin nyaatu
odaa hundaa caalu hanquutti bobeeffatu
boorataan korma dhugaa boorataa boore galchuu
basaqii basaqaa (gahee barri dhalachuu)
basaqii basaqaa (gahee barri dhalachuu)
basaqii basaqaa (gahee barri dhalachuu)
basaqii basaqaa (gahee barri dhalachuu)
hin shakkinemoo hin shakkineere
hin shakkinemoo hin shakkineere
kooratti raarraati udeelloon kooratti raarraati
buusi farda koo irraa wandaboon wadabaa dabaatii
kooratti raarraati udeelloon kooratti raarraati
buusi farda koo irraa wandaboon wadabaa dabaatii

lirik lagu lainnya :

YANG LAGI NGE-TRENDS...

Loading...