lirikcinta.com
a b c d e f g h i j k l m n o p q r s t u v w x y z 0 1 2 3 4 5 6 7 8 9 #

lirik lagu a.b.o. jabeessa – ebbisa addunya

Loading...

a.b.o jabeessa
waan biyyaa balleessa
dhiigaashe facaasaa
lafeeshe bobeessa
bakkaa jirtaan maraa
dhahaa barbaadessa
a.b.o jabeessa
waan biyyaa balleessa
dhiigaashe facaasaa
lafeeshe bobeessa
bakkaa jirtaan maraa
dhahaa barbaadessa

misa’eelaf taankii, xiyyaraaf madaafii
misa’eelaf taankii, hin shakkuu kanaafii
misa’eelaf taankii, xiyyaraaf madaafii
guurame haa dhufuu hin shakkuu kanaafii
misa’eelaf taankii, xiyyaraaf madaafii
guurame haa dhufuu hin shakkuu kanaafii

a.b.o jabeessa
waan biyyaa balleessa
dhiigaashe facaasaa
lafeeshe bobeessa
bakkaa jirtaan maraa
dhahaa barbaadessa
a.b.o jabeessa
waan biyyaa balleessa
dhiigaashe facaasaa
lafeeshe bobeessa
bakkaa jirtaan maraa
dhahaa barbaadessa
otoo itti roobuu, boombiin akka bokkaa
otoo itti roobuu, rasaasni akka bokkaa
wabuukii, wabuukii, w.b.on gaafa morkaa
isaa keessa deemaa hin sodaanne takkaa
otoo itti roobuu, rasaasni akka bokkaa
isaa keessa deemaa hin sodaanne takkaa

a.b.o jabeessa
waan biyyaa balleessa
dhiigaashe facaasaa
lafeeshe bobeessa
bakkaa jirtaan maraa
dhahaa barbaadessa
a.b.o jabeessa
waan biyyaa balleessa
dhiigaashe facaasaa
lafeeshe bobeessa
bakkaa jirtaan maraa
dhahaa barbaadessa

falaasa falaadhuu, malaasa maladhuu
falaasa falaadhuu, malaasa maladhuu
w.b.on dhufaa jiraa, boolaakee qotaadhuu
yoo a.b.on dhufee, baduu kee baraadhuu
falaasa falaadhuu, malaasa maladhuu
w.b.on dhufaa jiraa, baduu kee baraadhuu
kaayyoosaatiif wareeree (a.b.on)
boosoonaa keessaa jooree (w.b.okoo)
beelaaf dheebuun jabaatee (a.b.on)
uummaatadhaaf dafqiitee (w.b.okoo)
kaayyoosaatiif wareeree
beelaaf dheebuun wareeree (a.b.on)
beelaaf dheebuun jabaatee
uummaatadhaaf dafqiitee (w.b.okoo)
roobaaf cabbiin sodaanne (a.b.on)
halkaan guyyaadhan jennee (w.b.okoo)
kaayyoosaatiif wareeree (a.b.on)
boosoonaa keessaa jooree (w.b.okoo)
roobaaf cabbiin sodaanne
halkaan guyyaadhan jennee (a.b.on)
roobaaf cabbiin sodaanne
halkaan guyyaadhan jennee (w.b.okoo)
jajjaabee koo jabaadhuu (a.b.o)
bilissuummaa gonfaadhuu (w.b.okoo)
boombii kutee darbaatee (a.b.o)
gubee diinaa qaamatee (w.b.okoo)
kaayyoosaatiif wareeree (a.b.on)
boosoonaa keessaa jooree (w.b.okoo)
jajjaabee koo jabaadhuu
bilissuummaa gonfaadhuu (a.b.o)
jajjaabee koo jabaadhuu
bilissuummaa gonfaadhuu (w.b.okoo)

lirik lagu lainnya :

YANG LAGI NGE-TRENDS...

Loading...