lirikcinta.com
a b c d e f g h i j k l m n o p q r s t u v w x y z 0 1 2 3 4 5 6 7 8 9 #

lirik lagu gadhitti shillalaa ishii 2 – eskindir tamiru

Loading...

dhisii yaa atsee maa fokkortaa
jabaan jabaan namarraa baasa koportaa
(dhisii yaa atsee maa fokkortaa)
(jabaan jabaan namarraa baasa koportaa)
gaattira gaattira fiixen cabee
shakashaki shakashaki anuu si qaqqabee
(gaattira gaattira fiixen cabee)
(shakashaki shakashaki anuu si qaqqabee)

kunis ijaare jetti
sunis ijaare jetti
ijaari yaa hin sarmuu dhiirri kololee miti namaa hin falaxamu
(ijaari yaa hin sarmuu dhiirri kololee miti namaa hin falaxamu)
maazani maazani falaxani maa sodaatan lammataa hin dhaltani
(maazani maazani falaxani maa sodaatan lammataa hin dhaltani)
kaawoo kaawoo naan jedhime kan sirra kaawoo qabun argaa
(kaawoo kaawoo naan jedhime kan sirra kaawoo qabun argaa)
kaawoo kaawoo biti garaa garaa nama jabeessiti ammaa
(kaawoo kaawoo biti garaa garaa nama jabeessiti ammaa)

nan qota hinjennee (kaawoo)
meerre kan qotte (kaawoo)
nan lola hinjennee (kaawoo)
meerree kalolte (kaawoo)
qallaa coqorsaa (kaawoo)
kan dantaa qabuu (kaawoo)
nutu ejjete torrbaa (kaawoo)
nutu ejjete torrbaa (kaawoo)
kaawoo kaawoo irbi yaa tufaa garaa garaa garaa nama jebessiti cufaan
(kaawoo kaawoo irbi yaa tufaa garaa jebessiti cufaan)
(garaa garaa nama jebessiti cufaan)
(garaa garaa nama jebessiti cufaan)

cuubee qalloo qalloo ambooraa dhufte
yaa haceeko yaa qarookoo maal jette akka dura kufte
wooooo

shimala shimalakee hin dagatini
koodee qabaa jette hin abdatini
(shimala shimalakee hin dagatini koodee qabaa jette hin abdatini)
shimalli maaluma ballechee
(gadhee gadheetu qabatee dheeche)
maal nama gooti sobaa
(ijoolluma ijoolumat uleen nama goba)
yaa qeerroo maa nuuf wayyaa
(haleeliiti buusi allayyaa)
yaa qeerroo maa nuuf wayyaa
(haleeliiti buusi allayyaa)

shimali shimalis maal godha kophaa
yoo qeerroon gobe gobaa
(shimali shimalis maal godha kophaa yoo qeerroon gobe gobaa)
hin qaanoftu duutii nama waljaalate addaan fuuti
(hin qaanoftu duutii nama waljaalatе addaan fuuti)
abshsaali yaa beenyaa gootoota qabnaa amma maqaa as geenyaa
(abshsaali yaa beenyaa gootoota qabnaa amma maqaa as geenyaa)
akkana jennaan durattu wal mogga yaanaa nutii raraatee yarrtuun
(akkana jennaan durattu wal mogga yaanaa nutii raraatee yarrtuun)
hin dhugu farsoo guushii
hin dhugu farsoo buushii
(hin dhugu farsoo guushii)
(hin dhugu farsoo buushii)
wanna malakaa sanatti naa buusii
hin dhugu farsoo buushii
(wanna malakaa sanatti naa buusii)
(hin dhugu farsoo buushii)

akkanatti abshaala kormii
akkanatti abshaala kormii
(akkanatti abshaala kormii)
(akkanatti abshaala kormii)
wannuma citee bu’u fakkaata mormi
wannuma citee bu’u fakkaata mormi
wannuma citee (bu’u fakkaata mormi)
wannuma citee (bu’u fakkaata mormi)
abshaala hin marranii yoo abbann maare’е maalee
(yoo abbann maare’e maalee)
(yoo abbann maare’e maalee)

ayzoo ayzoo jachuun bayechaa gadhee gantuutu nama irra dhechaa
(ayzoo ayzoo jachuun bayechaa gadhee gantuutu nama irra dhechaa)
ayzoo shaakashakii sirratiin eega likki shimaala naa beka
(ayzoo shaakashakii sirratiin eega likki shimaala naa beka)
ayzoo ayzoo nanjadhi mee ayzoon na jabesaa
(hiqiin dhiraa bo’obesaa)
(hiqiin dhiraa bo’obesaa)
guyya gafa akkana (ayzoo)
hamiileen ho’itee (ayzoo)
akknan akkna (ayzoo)
kaan gara galchuu (ayzoo)
toolchitee gurbaa (ayzoo)
taakkasi qalbiin (ayzoo)

ayzoo ya gadhee yaa gadhitti holanan hulee akkamitti
(ayzoo ya gadhee yaa gadhitti holanan hulee akkasitti)
ya gadhee yaa gadhitti (holanan hulee akkasitti)
ya gadhee yaa gadhitti (holanan hulee akkasitti)
ya gadhee yaa gadhitti (holanan hulee akkasitti)
ya gadhee yaa gadhitti (holanan hulee akkasitti)
(holanan hulee akkasitti)
(holanan hulee akkasitti)
(holanan hulee akkasitti)

lirik lagu lainnya :

YANG LAGI NGE-TRENDS...

Loading...