lirikcinta.com
a b c d e f g h i j k l m n o p q r s t u v w x y z 0 1 2 3 4 5 6 7 8 9 #

lirik lagu kana jedhiin – gadaa hamdaa

Loading...

(dhaloonnii walii galle wal kakachise tokk*mmaan)
(dara*rs*e jiraachisaa akka africaatti oromummaan)
tolas beeknaa lolas beeknaa
harki keenya lachuu mirgaa
hinduu nuun ijaarrammee
biyyi didus biyyeen ragaa
dhiirti phuuphaa har’a boruu
gadaameessii goota horuuu
dhiirti phuuphaa har’a boruu
gadaameessii goota horuuu

yoo hayyummal yoo nageennaa
diina qabnee firoomfannaa
kan jaalalaaf nutti dhufee
kunuunfachuu itti beeknaa
ulaagaaniis namunnaadhaa
tirrii sirbi gafa cidhaa

sh’tirrii sh’tirrii sh’tirrii

(dhaloonnii walii galle wal kakachise tokk*mmaan)
(dara*rs*e jiraachisaa akka africaatti oromummaan)
(dhaloonnii walii galle wal kakachise tokk*mmaan)
(dara*rs*e jiraachisaa akka africaatti oromummaan)

yaa oromoo (hayyee)
abbaa biyyaa (hayyee)
diinni kan kee (hayyee)
maaf raatayaa (hayyee)
itti dhiisi dhimma isaati
keenya dubbiin olumaka jaalattu jibbitulle
leenca maal gooti sareen baayyattullee
(leenca maal gooti sareen baayyattullee)
qaata boqaan boba’a hanga jinaa qabate
miqqanyaa deemi makiinaan si gatee
(miqqanyaa deemi makiinaan si gatee)

taaddee icitii beekee haji adam iccitii eegee
jaarrani fi baaroo tabborrun qolatan roorro
goonni hanga haacaaluu inninuu danda’ee hin ilaalu
f*goodha jabani hundeessa africaadhaf oromummaan sa

boolee abbaa boolee, boolee abbaa boolee
boolee abbaa boolee, boolee abbaa boolee
boolee abbaa boolee, boolee abbaa boolee

gootummaan duru keti ilmaan warqituu
oromummaan ijaa duru atuu hin tuqcistu
yoo walloof raayyaa kamisee gaafatanii
yoo maccaa sabboonumma si gaafatani
ana jedhii ana jedhii
ana jedhii ana jedhii

yoo osoo ragaan jiru dhugaa didanii
yoo osoo karaan jiru iraa goranii
yoo osoo ragaan jiru dhugaa didanii
yoo osoo karaan jiru iraa goranii
kan jedhiin kan jedhiin
kan jedhiin kan jedhiin
kan jedhiin kan jedhiin
kan jedhiin kan jedhiin
kan jedhiin kan jedhiin

lirik lagu lainnya :

YANG LAGI NGE-TRENDS...

Loading...