lirikcinta.com
a b c d e f g h i j k l m n o p q r s t u v w x y z 0 1 2 3 4 5 6 7 8 9 #

lirik lagu hiriyyaa – gome riki tu

Loading...

doctor
gajo gajo
iihiihi
gome

hiriyaa/riyaa/ dhugaa yeroo dheeraa
an si dhabu hin fedhu if bira heeee
gaafa gammachuuf rakkoo
kan waliif taane hirkoo
yeeee

golgaa taatee gaaf gidiraa
yeroon dhabe fira if biraa
rakkinaafi dhiphuu mara
kan qooddattee ana faana

jaalalaaf kabaja an si qabu
hagan jedhe ibsuu hin dandayuu
galatoomi jedha danu danu
oolman kee yoom iyyuu hin dagatamu

bifa amala hundaa caaltuu
haalaaf yeroon injijjiiramtu
kennaa rabbi yaa badhaatu
qixxee fakkii tasa hin qabdu
dabarsine cufa
geenye guyyaa harra
si dhabu hin barbaadu
ija kiyya dura yeah yeah

iihiiii hi
yeah yeah
iihiiii hi
yeah yeah
iihiiii hi
yeah yeah
iihiiii hi

hiriyaa/riyaa/ dhugaa yeroo dheeraa
an si dhabu hin fedhu if bira heeee
gaafa gammachuuf rakkoo
kan waliif taane hirkoo
yeeee

harra darbe wanni hundaa
an jaalala qabe sirraa
kee tilmaami gara biraa
kiyya dhimmi suma bira

sitti himuudhaaf afaani nan bayu
yaada kee dadhabe akkam haa tayu
dubbachuu dhaaf murteessee yoon kayu
narraa citta sodaa isa hin dandayuu
situ natti ta’e araada
taa’e ka’u suman yaada
jalalaa kee an rakkadha
qopha kiyyan dudubadha

dhabuu wanna lama
hiriyaaf jaalala
gaabbii yeroo mara
ta hafetu caala dhiise dhiise

iihiiii hi
dhiise dhiise
iihiiii hi
dhiise dhiise
iihiiii hi
dhiise dhiise
iihiiii hi

lirik lagu lainnya :

YANG LAGI NGE-TRENDS...

Loading...