lirik lagu maal mallisaa – haacaaluu hundessaa
hoofan haadha biyyaa
hoofan abbaa biyyaa
hoofan barataa koo
hoofan qotee bulaa
hoofan abbaa biyyaa
karaa baay’ee qabna
yoom nu dhibe karaan irra deemnu
silaa numa deemna numa deemna
maalif galma hin geenyu
karaa nu qabe moo garaadhalaa
maaf gahuu dadhabne
duunee gumaa dhabne
lammiikoo ammawoo nuu game
roorroon nutti hammaatte
sabakoo ammawoo nuu game
duunee gumaa dhabne
lammiikoo ammawoo nuu game
akka waan lollee lolchiisuu
tasuma hin dandeenye
akka diina lollee ofirraa
qolachuu dadhabnee
garaa laafnee buluu keenyaan
diinaaf salphaa taane
jaarraa tokkoof du’aa turre
kunoo har’as duune
maal mallisaa maal mallisaa
maali egaa mallisaa
maal mallisaa maal mallisaa
maali malli mallisaa
tokko hin du’aa tokko hin ajjesisaa
dhufaa darbaan dhoohee numaan cabsaa
kenya ammallee sanuma sanessa
maal malliisaa kenya maal malliisaa
karaa baay’ee qabna
yoom nu dhibe karaan irra deemnu
silaa numa deemna numa deemna
maalif galma hin geenyu
karaa nu qabe moo garaadhalaa
maaf gahuu dadhabne
duunee gumaa dhabne
lammiikoo ammawoo nuu game
roorroon nutti hammaatte
lammiikoo ammawoo nuu game
roorroon hin hammaatte
lammiikoo ammawoo nuu game
hayyuuf goota meeqa arjoomne
kunoo har’a geenye
anoleef calanqoora tarraan
bishooftuutti raajii taane
garaa laafnee buluu keenyaan
diinaaf salphaa taane
waggaa dhibbaaf du’aa turre
kunoo har’as duune
maal mallisaa maal mallisaa
maali egaa mallisaa
maal mallisaa maal mallisaa
maali malli mallisaa
tokko hin du’aa tokko hin ajjesisaa
dhufaa darbaan dhoohee numaan cabsaa
kenya ammallee sanuma sanessa
maal malliisaa kenya maal malliisaa
maal mallisaa maal mallisaa
maali egaa mallisaa
maal mallisaa maal mallisaa
maali malli mallisaa
harargeen mancaa qarran
harargeen mancaa qarran
jidda farda leenjise
roorroon daangaa dabarraan
qeerroon falma murteesse
qeerroon falma murteesse
addaggeen safuu hin beektu
addaggeen safuu hin beektu
addarra dhaaban malee
falmadhu qeerroo suma
abdiin sabaa yoomillee
si beekuuf bar shororkawu
kanaaf garaa jabaatu
irreef humna qabaniin
ijibbaata falmatu
siin miyi farda keeyyuu
hin beeku bareechanii
gaafa gaarreen adawaa
gaafa maqalee sanii
gameessakoo yaa abba daamaa
yaa abbaa daalee yaa abbaa shaanqoo
soori fardakee qopheessi
eebookee qari soroorsi
gaachana fannoorraa buusi
roorroo didee sirra m*rs*
maaliif duuta mana teessee
alaa eegaa hin abjootiin
abjuu hin taane
kaafadhu fardakeen falmi
araat kiloof situ aane
alaa eegaa hin abjootiin
abjuu hin taane
kaafadhu fardakeen falmi
araat kiloof situ aane
alaa eegaa hin abjootiin
abjuu hin taane
kaafadhu mancaakeen loli
araat kiloof situ aane
alaa eegaa hin abjootiin
abjuu hin taane
kaafadhu fardakeen falmi
araat kiloof situ aane
alaa eegaa hin abjootiin
abjuu hin taane
kaafadhu fardakeen falmi
araat kiloof situ aane
alaa eegaa hin abjootiin
abjuu hin taane
kaafadhu fardakeen falmi
araat kiloof situ aane
alaa eegaa hin abjootiin
abjuu hin taane
kaafadhu mancaakeen loli
araat kiloof situ aane
alaa eegaa hin abjootiin
abjuu hin taane
kaafadhu fardakeen falmi
araat kiloof situ aane
lirik lagu lainnya :
- kumpulan lirik lagu anitta › lirik lagu amor real (holiday song) – anitta
- kumpulan lirik lagu mi amigo invencible › lirik lagu los pájaros – mi amigo invencible
- kumpulan lirik lagu crucial star › lirik lagu 밀린 일 (work to do) – crucial star
- kumpulan lirik lagu yung wachter › lirik lagu s-bahn – yung wachter
- kumpulan lirik lagu heinrich isaac › lirik lagu innsbruck, ich muss dich lassen – heinrich isaac
- kumpulan lirik lagu gameboy jones › lirik lagu borderlands 3 rap – gameboy jones
- kumpulan lirik lagu kayyyriii › lirik lagu the great escape – kayyyriii
- kumpulan lirik lagu hunxho › lirik lagu od – hunxho
- kumpulan lirik lagu bones › lirik lagu barbwireribcage – bones
- kumpulan lirik lagu det gamle besatt › lirik lagu wiedźma cz ii – det gamle besatt