lirikcinta.com
a b c d e f g h i j k l m n o p q r s t u v w x y z 0 1 2 3 4 5 6 7 8 9 #

lirik lagu maassan gamaa – haacaaluu hundessaa

Loading...

hinuman tiksee mala kulatoo
ashuffeen baddaa loon hin gabbisuu
hinuman rafee malee yaa lammi
tokk*mmaa dhabuun nama hin raffisuu
halayyaan hallayumma maltuu halayyan
hurufa jedhee
alagaan alaguuma
alagaan alaguuma maaltu algaadhan fire jedhee
kobbortaa hormi nama hin baatu
yoo abaan offi baatatee malee
roorroo hormarra dhuftee
roorroo dinarraa dhuftee
maaltu namaa dhoowwa
abbaatu dhoowata malee
maaloo maaloo maaloo

biyaa hormaa dhaquun nama hin dhibu
galuu nama dhibaay
biyaa offii yaa gaaddisa garbuu
aduun nama hin argu jarana
caamsaa dhuftan moo birraa
yaa sawileen koo saayan oboori
caamsaas hin dhufnuu birraa
caamsaas hin dhufnuu birraa
hin dhufnu kaloo nutti bitani
kaloo nutti bitani
kaloo nutti bitani
furdannaan haalbeedhaan nu fixanni
maaloo maaloo maaloo
jabiloota koo
ya jabiloota odaa jalaa
kan nama nyaatu nu keessaa jira
jabiloota koo
ya jabiloota odaa jalaa
kan nama nyaatu nu keessaa jira
maaloo maaloo maaloo
maasaan gamaa lafa hin baatu
maasaan gamaa lafa hin baatu
talbaa facaafata taatii
talbaa facaafata taatii
tokko du’ee, tokko hun taa’uu
wal gaggalaafata taatii
wal gaggalaafata taatii
emmolee yaa garba ciisaa
waan offi maaltu gadhisa
(emmolee yaa garba ciisaa
waan offi maaltu gadhisa)
maasaan gamaa lafa hin baatu
maasaan gamaa lafa hin baatu
talbaa facaafata taatii
talbaa facaafata taatii
tokko nyaate, tokko hun taa’uu
wal gaggalaafata taatii
wal gaggalaafata taatii
emmolee yaa garba ciisaa
waan offi maaltu gadhisa
(emmolee yaa garba ciisaa
waan offi maaltu gadhisa)
kana gadii xaafi calleessani
ilmaa namaa qeerroo jabeessani
oduu sobaa maalif odeessani
saba qulqulluu maa xureessani
emmolee yaa garba ciisaa
biyaa offi maaltu gadhisa
(emmolee yaa garba ciisaa
biyaa offi maaltu gadhisa)
kana gadii xaafi calleessani
ilmaa namaa qeerroo jabeessani
oduu dhaaraa maalif odeessani
saba qulqulluu maa xureessani
emmolee yaa garba ciisaa
oromiyaa maaltu gadhisa
(emmolee yaa garba ciisaa
oromiyaa maaltu gadhisa)
sangaa ofaa jennaan
oofnee baane sh*garitti
kun shaniin bitataa
kun shantamaan bita gariinii
yaa alaamaa qawwee
taa’an tola labaniinii labaniin hin iyaa
maarree yoo du’e jabaan gaafaa biyaa
(labaniin hin iyaa maarree yoo du’e jabaan gaafaa biyaa)
ambo keessaa lolaa qaata sh*ggar
gahe mataani abaanis yoo du’ee
ilmaa jira hin badu maqaanii
burree yaa gaaddidduu
boosoon maa si elmatti dhitte hun diddu
(burree yaa gaaddidduu
boosoon maa si elmatti dhitte hun diddu)
iyyaandanqoo nuugii jimmaa dhahuu
imimmaan koo xuurii sitti haa tahuu
(iyyaandanqoo nuugii jimmaa dhahuu
imimmaan koo xuurii sitti haa tahuu)
ambo gubbaa yaa baala goodaarre
yaa baala godaarre
wallaaggarraa yaa baala goodaarre
arsi gubbaa yaa baala goodaarre
yaa baala goodaarre
solooloorraan yaa baala goodaarre
suma abdin koo yaa baala goofaree
yaa baala goofaree
essa jirtaa yaa baala goofaree
iyyaandanqoo nuugii jimmaa dhahuu
nuugii jimmmaa dhahuu
imimmaan koo xuurii sitti haa tahuu
(iyya andanqoo nuugii jimmaa dhahuu
imimmaan koo xuurii sitti haa tahuu)

ambo gubbaa yaa baala goodaarre
yaa baala godaarre
jalduu gubba yaa baala goodarre
miida gubbaa yaa baala goodarree
yaa baala goodarree
hincinniirraan yaa baala goodarree
suma abdiin koo yaa baala goofarree
essa jirtaa yaa baala goofaree
teepha lookoo yaa teepha lookoo
yaa teepha lookoo
suman yaadee yaa jajjebeekoo
essa jirtaa yaa jajjebeekoo
yaa jajjebeeko
teepha lookoo yaa teepha lookoo
teepha lookoo yaa teepha lookoo
yaa teepha lookoo
suma abdiin koo yaa qeerransoo koo
suma abdiin koo yaa jajjebeekoo
essaa jirtaa yaa jajjebeekoo
suma abdiin kook yaa qeerransoo koo
essaa jirtaa yaa jajjebeekoo

lirik lagu lainnya :

YANG LAGI NGE-TRENDS...

Loading...