lirikcinta.com
a b c d e f g h i j k l m n o p q r s t u v w x y z 0 1 2 3 4 5 6 7 8 9 #

lirik lagu na qarqaari kaa – haacaaluu hundessaa

Loading...

an ootuman sitti hima jedhu
kan ormaa taate maal godhuu
har’a boriitu kana fidee
garaan koo si malee kunoo har’as ammas ni didee
an ootuman sitti hima jedhu
kan ormaa taate maal godhuu
har’a boriitu kana fidee
garaan koo si malee kunoo har’as ammas ni didee

kunoo har’as an nan jiraaa
anu gaabbiidhaan quba nyaachaa
takkaa si dhabee maalan fidaa
nan jiraadha “utuun” jechaa

maaloo na qarqaarikaa
(dhaqii isa qarqaarikaa)
maaloo na qarqaarikaa
(mee maaloo isa qarqaarikaa)

an ammayyu jaalalakeen dhibamsiisa
yoon galee maalan ciisaaa
maaloo na qarqaarikaa
(mee maaloo isa qarqaarikaa)
(mee maaloo isa qarqaarikaa)

an ammayyu otoon argu homaa hin arguu
jaalala keetu natti ta’ee daguuu
maaloo na qarqaarikaa
(mee maaloo isa qarqaarikaa)
(mee maaloo isa qarqaarikaa)
an ootuman sitti hima jedhu
kan ormaa taate maal godhuu
har’a boriitu kana fidee
garaan koo si malee kunoo har’as ammas ni didee
an ootuman sitti hima jedhu
kan ormaa taate maal godhuu
har’a boriitu kana fidee
garaan koo si malee kunoo har’as ammas ni didee

ati homaa hin goone badiin kan kooo
booddetti haafeetan si dhabuun kooo
otoon sitti himee guyyaa sanaa
maafan gaabbaa maafan raafamaa

maaloo na qarqaarikaa
(dhaqii isa qarqaarikaa)
maaloo na qarqaarikaa
(mee maaloo isa qarqaarikaa)

ati ammayyu naaf hin beekne waan keessa koo
jaalala keen midhamuu kooo
maaloo na qarqaarikaa
(mee maaloo isa qarqaarikaa)
(mee maaloo isa qarqaarikaa)

ati ammayyu naaf hin beekne eenyutu sitti himaa
jaalala keetiin nan hiraarfamaaa
maaloo na qarqaarikaa
(mee maaloo isa qarqaarikaa)
maaloo na qarqaarikaa
(mee maaloo isa qarqaarikaa)
maaloo na qarqaarikaa
(mee maaloo isa qarqaarikaa)

lirik lagu lainnya :

YANG LAGI NGE-TRENDS...

Loading...