lirikcinta.com
a b c d e f g h i j k l m n o p q r s t u v w x y z 0 1 2 3 4 5 6 7 8 9 #

lirik lagu wanko – jacky gosee

Loading...

yaantala oromoo
sanyii koo sanyii koo
bishaan caalaa na barbaachista
gammachuu mulqattee gaddite gaddite
onneen koo boora’ee (onnee onnee onnee)
cabbiin fedhe roobee
guyyaan kan kee guyyaan kan kee
dukkanaa’us barrii ni gartaa
kootis ga gaddii kee oromtittii oromtittii
jajjabee too keessa (baataa baataa baataa)
(atuu bee atuu bee)
sanyii taddee birruu (atuu bee atuu bee)
abbaa afrikaanota (atuu bee atuu bee)
ibsituu jaalalaa (atuu bee atuu bee)
enyuu siin qixxaataa (atuu bee atuu bee)
hundaan guuttamtee jirta (atuu bee atuu bee)
mallattoo nag*yaa (atuu bee atuu bee)
jannata addunyaa (atuu bee atuu bee)
akkaa oromiyaa
sifan gaddee (w*nko) siin gammada (w*nko)
siif jiraadhee (w*nko) siifan du’a (w*nko)
addaan hinbaanu (w*nko) nu gonk*maa
irraa anaa (w*nko) jaalaalumaa (w*nko)
jilbiiffadhee (w*nko) si dhaabsisaa
sin moohame (w*nko) si moosisaa
yaantala oromoo
sanyii koo sanyii koo
bishaan caalaa na barbaachistaa
gammachuu mulqattee gaddite gaddite
onneen koo boora’ee (onnee onnee onnee)
cabbii fedhee roobee
guyyaan kan kee guyyaan kan kee
dukkanaa’us bar ni gartaa
kootis ga gaddii kee oromtittii oromtittii
jajjabee too keessaa (baataa baataa baataa)
(atuu bee atuu bee)
namaaf iddoo qabdaa (atuu bee atuu bee)
sirni kan kee gadaa (atuu bee atuu bee)
ilmoo namaa miti (atuu bee atuu bee)
seexannuu siif ragaa (atuu bee atuu bee)
duutus jiraatullee (atuu bee atuu bee)
ni eggattaa dhugaa (atuu bee atuu bee)
kee qulqulluu onneen (atuu bee atuu bee)
lubbuu koo siif kenne
siifan gaddee(w*nko) siin gammadaa (w*nko)
siif jiraadhee (w*nko) siifan du’aa (w*nko)
addaan hinbaanu (w*nko) nu gonk*maa (w*nko)
irraa aanan (w*nko) jaalaaluma (w*nko)
jilbiifadhee (w*nko) sidhaabsisaa (w*nko)
sin moohame (w*nko) si moosisaa (w*nko)
siifan gaddee (w*nko) siin gammada (w*nko)
siif jiraadhee (w*nko) siifan du’a (w*nko)
addaan hinbaanu (w*nko) nu gonk*maa (w*nko)
irraa aanaan (w*nko) jaalaaluma (w*nko)
jilbiiffadhee (w*nko) si dhaabsisa (w*nko)
sin moohame (w*nko) si moosisaa (w*nko)
sifan gaddee (w*nko) siin gammada (w*nko)
siif jiraadhee (w*nko) siifan du’a (w*nko)
addaan hinbaanu (w*nko) nu gonk*maa (w*nko)
irraa aanaan (w*nko) jaalaaluma (w*nko)
jilbiifadhee (w*nko) sidhaabsisaa (w*nko)
sin moohame (w*nko) si moosisaa (w*nko)
(w*nko)
(w*nko)
(w*nko)
(w*nko)
(w*nko)
(w*nko)
(w*nko)

lirik lagu lainnya :

YANG LAGI NGE-TRENDS...

Loading...