lirikcinta.com
a b c d e f g h i j k l m n o p q r s t u v w x y z 0 1 2 3 4 5 6 7 8 9 #

lirik lagu heloo – kemer yousuf

Loading...

heloo heloo heloo

bilbilen bilbilen dadhabe
walen man hin jirtu
takkitii too burqa jalala
ashiita calaa
onne nafutee
essa nara kutee

akkam jodhetin if jajabesa
mee akkam jodhetin if jajabesa
jalala qabe an na wardesa
ogessa jalala essa qubsun tessa
akkua dhaima naala na cisaa

silkii billbile mana dhabnanii
silkii billbile mana dhabnanii
ciracha guute garra wara isanii
oboletii xiqo suta gafananii
garran na hoolate hin jirtuu jananii

heloo heloo heloo
bilbilen bilbilen dadhabe
walen man hin jirtu
takkitii too burqa jalala
ashiita calaa
onne nafutee
essa nara kutee
garran jalala murachu didee
onnen jalala murachu didee
araas ga kuno dhibee na fidee
oll ka’u gadaa ta’u mudama na fidee
na riifachu banann carqii daarbe kutee

guyyan balama dhufe naannwee
guyyan balama dhufe naannwee
siluma arkee ittin hasawee
walin marametin an ta’a kottawee
jiruun simalee an natii hadhawee

yadda keetiin dhukubadhe
an kopha kiyya mal na waya
yadda keetiin dhukubadhe
an kopha kiyya mal na waya

xiqqa guudan gandi naggya fayya fayya
xiqqa guudan gandi naggya fayya fayya

yadda keetiin dhukubadhe
an kopha kiyya mal na waya
yadda keetiin dhukubadhe
an kopha kiyya mal na waya

lirik lagu lainnya :

YANG LAGI NGE-TRENDS...

Loading...