lirikcinta.com
a b c d e f g h i j k l m n o p q r s t u v w x y z 0 1 2 3 4 5 6 7 8 9 #

lirik lagu dnbusu gela – nigusuu tammiraat

Loading...

goofaree filachuun dardarummad kiyyaa
dardarummaa kiyyaa
goofaree filachuun dardarummad kiyyaa
dardarummaa kiyyaa

si fa*rs*e taphachuun si jaallachuu kiyyad
si jaallachuu kiyyaa
allala

dumbushee gala sin na galaa galaa
abad sirraa hin hafuu
suma faanan galaa
dumbushee galaa sin na galaa galaa
loowwan darbeen dhufee
si abdadheen dhufee

lakkii ya jaalatoo akkana hin to’iinii
akkana hin ta’iinii
lakkii ya jaalatoo akkana hin to’iinii
akkana hin ta’iinii
guyyaa kottu male abjuun na hin rakkinii
abjuun na hin rakkinit
allala

dumbushee gala sin na galaa galaa
abad sirraa hin hafuu
suma faanan galaa
dumbushee galaa sin na galaa galaa
loowwan darbeen dhufee
si abdadheen dhufee
hoggaa sirba buutu gaamaan bururugxad
quamaan bururugxaa
hoggaa sirba buutu gaamaan bururugxad
quamaan bururugxaa
akka aduu baatee nattuu cululugxaa
nattuu cululugxad
allala

dumbushee gala sin na galaa galaa
abad sirraa hin hafuu
suma faanan galaa
dumbushee galaa sin na galaa galaa
loowwan darbeen dhufee
si abdadheen dhufee

dhimma addunyaadha hunduu irraonfannee
hunduu irraanfannee
dhimma addunyaadha hunduu irraonfannee
hunduu irraanfannee
walitti maramnee baay’ee wal dhungannee
baay’ee wal dhungannee
allala

dumbushee gala sin na galaa galaa
abad sirraa hin hafuu
suma faanan galaa
dumbushee galaa sin na galaa galaa
loowwan darbeen dhufee
si abdadheen dhufee
an waa sirra hin hafu gabrii seenu malee
qabrii seenu malee
an waa sirra hin hafu gabrii seenu malee
qabrii seenu malee
an waa dawwaa hin gabu jaalalatee malee
jaalalatee malee
allala

dumbushee gala sin na galaa galaa
abad sirraa hin hafuu
suma faanan galaa
dumbushee galaa sin na galaa galaa
loowwan darbeen dhufee
si abdadheen dhufee

dumbushee gala sin na galaa galaa
abad sirraa hin hafuu
suma faanan galaa
dumbushee galaa sin na galaa galaa
loowwan darbeen dhufee
si abdadheen dhufee

dumbushee gala sin na galaa galaa
abad sirraa hin hafuu
suma faanan galaa
dumbushee galaa sin na galaa galaa
loowwan darbeen dhufee
si abdadheen dhufee

lirik lagu lainnya :

YANG LAGI NGE-TRENDS...

Loading...