lirikcinta.com
a b c d e f g h i j k l m n o p q r s t u v w x y z 0 1 2 3 4 5 6 7 8 9 #

lirik lagu yaannikoo sibira – nigusuu tammiraat

Loading...

yaanni koo gama keetii yaanni koo siibiraa
gama koo hin deebinee yaa jalaalle firaa
koo garaan obsa dhabee duuba maalin taraa
duuba maalin taraa

akka mana kophaa
yaanni garaa gubaa
ofii hin rafaaf malee
ani hin qabu hirribaa
akka mana kophaa
yaanni garaa gubee
qalbiidhan siin argaa
abdin garaa sobee
imimmaan harcaase
yaada keen gaggabee
hafuura hin baafadhu
hirriballee dhaabee

yaanni koo gama keetii yaanni koo siibiraa
gama koo hin deebinee yaa jalaalle firaa
koo garaan obsa dhabee duuba maalin taraa
duuba maalin taraa
yaanni koo gama keetii yaanni koo siibiraa
gama koo hin deebinee yaa jalaalle firaa
koo garaan obsa dhabee duuba maalin taraa
duuba maalin taraa
waa’ee yaada keetii
hin fixuu siif himee
onneen koo mana keeti
situ cufee deemee
waa’ee yaada keetii
hin fixuu siif himee
onneen koo mana keeti
situ cufee deemee
jaalala an sijaallu
atuu quba qaabdaa
maa garaa jabaattee
an yaadaan nagubdaa

yaanni koo gama keetii yaanni koo siibiraa
gama koo hin deebinee yaa jalaalle firaa
koo garaan obsa dhabee duuba maalin taraa
duuba maalin taraa
yaanni koo gama keetii yaanni koo siibiraa
gama koo hin deebinee yaa jalaalle firaa
koo garaan obsa dhabee duuba maalin taraa
duuba maalin taraa

sinbirroo hin taanee
bararee hin dhufuu
baallen dhabeef malee
an sibiiraa hin hafuu
sinbirroo hin taanee
bararee hin dhufuu
goblan dhabeef malee
an sibiraa hin hafuu
qaadhima ijoollumma
hiriyya ganamaa
bar yaa guutuu nama
abdiin tiyya sumaa
yaanni koo gama keetii yaanni koo siibiraa
gama koo hin deebinee yaa jalaalle firaa
koo garaan obsa dhabee duuba maalin taraa
duuba maalin taraa
yaanni koo gama keetii yaanni koo siibiraa
gama koo hin deebinee yaa jalaalle firaa
koo garaan obsa dhabee duuba maalin taraa
duuba maalin taraa
duuba maalin taraa
duuba maalin taraa
duuba maalin taraa
duuba maalin taraa

lirik lagu lainnya :

YANG LAGI NGE-TRENDS...

Loading...