lirikcinta.com
a b c d e f g h i j k l m n o p q r s t u v w x y z 0 1 2 3 4 5 6 7 8 9 #

lirik lagu sanyii leencaa – tadele gemechu

Loading...

saare zambaabee baalli qararii
(saare zambaabee baalli qararii)
baratu tolee garatu tolee saare zambaabee baalli qararii
(saare zambaabee baalli qararii)
ilma oromoo nama sanyii lencaan hin dhaabbatan barrii
(nama sanyii lencaan hin dhaabbata barrii
nama sanyii lencaan hin dhaabbata barrii)
saare zambaabee baalli qurquraa
(saare zambaabee baalli qurquraa)
baratu tolee garatu tolee saare zambaabee baalli qurquraa
(saare zambaabee baalli qurquraa)
ilma oromoo nama sanyii lencaan hin dhaabbatan duraa
(nama sanyii lencaan hin dhaabbata duraa
nama sanyii lencaan hin dhaabbata duraa)
ebisha eeboo (eeboo) lola eeboo (eeboo)
bagama guddaa (eeboo) lola eeboo (eeboo)
gaman bahuttii (eeboo) lola eeboo (eeboo)
karaa hin dheessuu (eeboo) lola eeboo (eeboo)
hamman du’uttii (eeboo) lola eeboo (eeboo)
eeboo jalli qayyaa loli gamtaan loluu wayyaa
(eeboo jalli qayyaa loli gamtaan loluu wayyaa)
eeboo jalli qayyaa loli gamtaan loluu wayyaa
(eeboo jalli qayyaa loli gamtaan loluu wayyaa)

saba koo saba gamtaan hunda caaluu
(saba koo saba gamtaan hunda caaluu)
qe’ee abbaa keenyaa ormi hin dhaaluu
(qe’ee abbaa keenyaa ormi hin dhaaluu)
waamee waamee gootatuu si waamee
(waamee waamee gootatuu si waamee)
boruuf si abdata sitti dhaamee
(boruuf si abdata sitti dhaamee)
salphaa hin seyinii barbada daaraa keessaa
lammii tuqanii maaltu walirraa dheessaa
(salphaa hin sehini barbada daaraa keessaa
lammii tuqanii maaltu walirraa dheessaa)
yoollee si lixxee qoraatii dhoqee keessaa
hin yaadda’inii lammitu gumaa baasaa
(yoollee si lixxee qoraatii dhoqee keessaa
hin yaadda’inii lammitu gumaa baasaa)
ohoo loli yaa lolee koo
(ohoo loli yaa lolee koo)
ohoo loli yaa lolee koo
(ohoo loli yaa lolee koo)
ahaa ahaa (ahaa)
loli yaa gootaa (ahaa)
ahaa ahaa (ahaa)
loli qoladhuu (ahaa)
ahaa ahaa (ahaa)
haxxiyaa sensaa (ahaa)
ahaa ahaa (ahaa)
dheessi baqadhuu (ahaa)
ahaa ahaa (ahaa)
hurufa kuyyuu (ahaa)
ahaa ahaa (ahaa)
loomii magartee (ahaa)
ahaa ahaa (ahaa)
sirraa hin dheessuu (ahaa)
ahaa ahaa (ahaa)
lubbuun na marartee (ahaa)
deebitee ohoo gadaan deebitee (deebitee)
deebitee wal abdachuun deebitee (deebitee)
deebitee ohoo gadaan deebitee (deebitee)
deebitee wal abdachuun deebitee (deebitee)
ofii lola lixxee maaliif waaqa komattee
qerransa tuqxee fichile eeggadhu jettee
sii wayya gaa sii wayya
sii wayya gaa sii wayya
sii wayya gaa sii wayya ahaa
saba koo saba gamtaan hunda caaluu
(saba koo saba gamtaan hunda caaluu)
qe’ee abbaa keenyaa ormi hin dhaaluu
(qe’ee abbaa keenyaa ormi hin dhaaluu)
waamee waamee gootatuu si waamee
(waamee waamee gootatuu si waamee)
boruuf si abdata sitti dhaamee
(boruuf si abdata sitti dhaamee)
abbaan beeke yeroon of yaaluu malee
mudaamuditti ol baha madaan mogolee
(abbaan beeke yeroon of yaaluu malee
mudaamuditti ol baha madaan mogolee)
morma raasti fakkeessuuf sirba sobaa
sanyiin ibiddaa beeki barbadaan si gubaa
(morma raasti fakkeessuuf sirba sobaa
sanyiin ibiddaa beeki barbadaan si gubaa)
ohoo loli yaa lolee koo
(ohoo loli yaa lolee koo)
ohoo loli yaa lolee koo
(ohoo loli yaa lolee koo)
ahaa ahaa (ahaa)
loli yaa gootaa (ahaa)
ahaa ahaa (ahaa)
loli qoladhuu (ahaa)
ahaa ahaa (ahaa)
haxxiyaa sеnsaa (ahaa)
ahaa ahaa (ahaa)
dheessi baqadhuu (ahaa)
ahaa ahaa (ahaa)
hurufa kuyyuu (ahaa)
ahaa ahaa (ahaa)
loomii magartee (ahaa)
ahaa ahaa (ahaa)
sirraa hin dheessuu (ahaa)
ahaa ahaa (ahaa)
lubbuun na marartee (ahaa)
deebitee oho gadaan deebitee (deebitee)
deebitee wal abdachuun deebitee (deebitee)
deebitee oho gadaan deebitee (deebitee)
deebitee wal abdachuun deebitee (deebitee)
ofii lola lixxee maalif waaqa komattee
qerrensa teqxе fachalee eegadhu jettaa
sii wayya gaa sii wayya
sii wayya gaa sii wayya
sii wayya gaa sii wayya ahaa aha

lirik lagu lainnya :

YANG LAGI NGE-TRENDS...

Loading...